HIV
Appearance
Ingiliffaa
[gulaali]Cibra
[gulaali]maqaa yookaan cibra
- (Baayooloojii) * HIV, HIV: gabaajee Ingiliffaa (human immunodeficiency virus) jechuu dha. Afaan Oromoon yoo dubbifnus ech'aayivii jenna. Vaayirasii dhukkuba Eedisii (AIDS) jedhamau nama qabsiisu dha. Dandeettii dhukkuba ittisuu namaa (immune system) mancaasa.