Jump to content

brawl

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. goolii, Jeequmsa ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Seera) * jeequmsa, bakka ummatni wal gahetti ykn bakka namootni waliin jiraatanu ykn waliin hojjetanutti goolii (jeequmsa) kaasuudhaan namoota tasgabbii dhowwuu, mirga bilisaan socho'uu sarbuu, ykn sagalee sirbaatiin nama jeequu

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'