Jump to content

cow

Wiktionary irraa

Ingiliffaa

[gulaali]

Cibra

[gulaali]

maqaa yookaan cibra

  1. saawwa, sa'a ===Cibra===

maqaa yookaan cibra

  1. (Jecha waliigalaa) * sa'a/loon, beeylada manaa qamaan guddaa ta'an, marga sooratan, saalaan dhalaa fi alala guurani dha. Aannan irraa argachuu fi fooniif fayyadu.

' jechoota baruuf fedhii ati qabdu ni dinqisiifanna.'