ni
Appearance
Oromoo
[gulaali]Afaaneffannoo
[gulaali]- Syllables - ni, Count - 1
Audio: (file)
Fumaayyii
[gulaali]- sagalee gochaa irratti dabalamee, heddummina nama gulantaa sadaffaa si'a darbe yookiin si'a ammaa keessa dubbatame kan agarsiisu, fakkeenyaaf "Isaan ni deemani" dubbii jedhu keessatti "ni "n "ni deeman" sagalee jedhu gara dhumaa irra jiru waan kana mul'issa